Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Waaqayyo waan tokko immoo mul'ataan anatti argisiiseera; kunoo, guuboo ija mukaa bilchaataa baatu tokko nan arge.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: kun guuboo ija bilchaateen guutamee dha.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፦ ኩን ጉቦ እጀ ብልቻቴን ጉተሜዸ።

See the chapter Copy




Amoos 8:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements