Amoos 7:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Inni,<<Yaa Amos, maal argita?>> naan jedhe; Kana irrattan,<<Tumbii nan arga>> jedhee deebiseef; gooftichi immoo,<<Ilaa, tumbii ittiin jal'inni saba koo Israa'el qoramee ilaalamu isaanitti nan qaba; ani deebi'ee irra isaaniif hin darbu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqayyos, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate. Anis, “Tumbii nan arga” jedheen deebise. Gooftaanis akkana naan jedhe; “Kunoo ani saba koo Israaʼel gidduu tumbii tokko nan kaaʼa; ani siʼachi isaan hin baraaru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቀዮስ፣ “አሞስ፣ አት ማል አርጉት ጅርተ?” ጄዼ ነ ጋፈቴ። አንስ፣ “ቱምቢ ነንአርገ” ጄዼን ዴብሴ። ጎፍታንስ አከነ ናን ጄዼ፤ “ኩኖ አን ሰበኮ እስራኤል ግዱ ቱምቢ ቶኮ ነንካአ፤ አን ስአች እሳን ህንበራሩ። See the chapter |