Amoos 7:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Wanta Waaqayyo gooftaan mul'ataan anatti argisiise dabalee isinitti nan hima; kunoo, Waaqayyo gooftaan firdii biyya sana irratti raawwachuudhaaf, ibidda irratti in waame; ibiddichis galaana guddaa isa lafa jalaa gubee fixee, lafa qotiisaas xaph gochuuf jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise; Waaqayyo Gooftaan murtii kennuuf ibidda waamaa ture; ibiddi sunis tuujuba guddaa gogsee lafas ni barbadeesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፤ ዋቀዮ ጎፍታን ሙርቲ ኬኑፍ እብደ ዋማ ቱሬ፤ እብድ ሱንስ ቱጁበ ጉዳ ጎግሴ ለፈስ ንበርበዴሴ። See the chapter |