Online Bible

- Advertisements -




Amoos 7:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Hawaannisichi biqila lafaa nyaatee fixuuf jennaan, <<Yaa Waaqayyo gooftaa ko, Yaaqoob ilma xinnaa waan ta'eef, attamitti kana dura dhaabachuu danda'a ree>> Ati dhiisiif!>> nan jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Anis erga hawwaannisni sun lafa barbadeessee booddee, “Yaa Waaqayyo Gooftaa, nuuf araarami! Yaaqoob akkamiin dandaʼee badiisa irraa hafa? Inni daaʼima xinnaa dha!” jedheen iyye.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 አንስ ኤርገ ሀዋንስን ሱን ለፈ በርበዴሴ ቦዴ፣ “ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ ኑፍ አራረም! ያቆብ አከሚን ደንደኤ በዲሰራ ሀፈ? እን ዳእመ ጥናዸ!” ጄዼን እዬ።

See the chapter Copy




Amoos 7:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements