Amoos 7:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Waaqayyo, <<Haati manaa kee mandara keessatti ejjituu in taati, ilmaan kee fi intaloonni kee billaadhaan in kufu, lafti kee funyoo safaraatiin in hirmama, atis ofii keetii biyya xuraa'aa keessatti in duuta; namoonni Israa'elis biyya isaaniitii inuma baafamu, inuma booji'amus>> siin jedha>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 “Kanaafuu Waaqayyo akkana jedha: “ ‘Niitiin kee magaalaa keessatti sagaagaltuu taati; ilmaan keetii fi intallan kee goraadeedhaan dhumu. Biyyi kee safaramtee gargar qoodamti; ati mataan kee iyyuu biyya ormaatti duuta. Israaʼel dhugumaan boojiʼamee biyya isaatii ni fuudhama.’ ” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 “ከናፉ ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “ ‘ኒቲንኬ መጋላ ኬሰት ሰጋገልቱ ታት፤ እልማንኬቲፊ እንተለንኬ ጎራዴዻን ዹሙ። ብይኬ ሰፈረምቴ ገርገር ቆደምት፤ አት መታንኬዩ ብየ ኦርማት ዱተ። እስራኤል ዹጉማን ቦጅአሜ ብየሳቲ ንፉዸመ።’ ” See the chapter |