Online Bible

- Advertisements -




Amoos 7:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Ati immoo,<<Israa'el irratti raajii hin dubbatin, mana Yisihaq irrattis hin lallabin!>> anaan jetteetta; egaa amma dubbii Waaqayyoo dhaggeeffadhu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Egaa amma dubbii Waaqayyoo dhagaʼi. Ati akkana jetta; “ ‘Ati Israaʼeliin mormuudhaan raajii hin dubbatin; mana Yisihaaq mormuudhaan lallabuu dhiisi.’

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ኤጋ አመ ዱቢ ዋቀዮ ዸገእ። አት አከነ ጄተ፤ “ ‘አት እስራኤሊን ሞርሙዻን ራጂ ህንዱበትን፤ መነ ይስሃቅ ሞርሙዻን ለለቡ ዺስ።’

See the chapter Copy




Amoos 7:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements