Amoos 7:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kana booddees Amaasiyaan lubni Bet'el, Yerobi'aam mootii Israa'elitti ergee, <<Amos namoota Israa'el gidduu dhaabatee sitti korateera; wanta inni dubbates lafti baachuu hin danda'u*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ergasii Amasiyaa lubni Beetʼeel akkana jedhee Yerobiʼaam mooticha Israaʼelitti ergaa tokko erge; “Amoos garaa Israaʼel keessatti sitti malateera. Dubbii isaa hunda lafti iyyuu baachuu hin dandeessu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኤርገሲ አመስያ ሉብን ቤትኤል አከነ ጄዼ ዬሮብኣም ሞትቸ እስራኤልት ኤርጋ ቶኮ ኤርጌ፤ “አሞስ ገራ እስራኤል ኬሰት ስት መለቴረ። ዱቢሳ ሁንደ ለፍትዩ ባቹ ህንደንዴሱ። See the chapter |