Amoos 7:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Wanta Waaqayyo gooftaan mul'ataan anatti argisiise isinitti himuufan jira. Kunoo! Marga isa duraa mootichaaf erga haamanii booddee, marga isa deebi'ee biqilutti gurmuu hawaannisaa yaase. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: Inni erga qoodni mootichaa haamamee booddee, utuma midhaan lammaffaan gaʼaa jiruu tuuta hawwaannisaa qopheesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፦ እን ኤርገ ቆድን ሞትቻ ሃመሜ ቦዴ፣ ኡቱመ ምዻን ለመፋን ገኣ ጅሩ ቱተ ሀዋንሳ ቆጴሴ። See the chapter |