Amoos 6:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waaqayyo gooftaan ofii isaatiin kakatee, <<Of gurguddisuu sanyii Yaaqoob ijaan ilaaluu na jibbisiise, manneetii isaanii warra jajjaboo nan jibbe, mandarattii, waan ishee keessa guutes dabarsee nan kenna>> jedhee dubbateera Waaqayyo gooftaan maccaa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqayyo Gooftaan ofii isaatiin kakateera; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Ani of tuulummaa Yaaqoob nan balfa; daʼannoo isaas nan jibba; ani magaalattii fi waan ishee keessa jiru hunda dabarsee nan kenna.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቀዮ ጎፍታን ኦፊሳቲን ከከቴረ፤ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “አን ኦፍ ቱሉማ ያቆብ ነንበልፈ፤ ደአትኖሳስ ነንጅበ፤ አን መጋለቲፊ ዋን እሼ ኬሰ ጅሩ ሁንደ ደበርሴ ነንኬነ።” See the chapter |