Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Kanaafis isin warra booji'aman dura buutanii gara booji'amuu in dhaqxu, inni isin nyaattanii dhugdanii, isinitti tolee iddoo ciisicha keessanii irra diriirfattanis in hafa.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Kanaafuu isin warra jalqabatti boojiʼaman wajjin boojiʼamtanii fudhatamtu; burraaquu fi bashannanuun keessan ni hafa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ከናፉ እስን ወረ ጀልቀበት ቦጅአመን ወጅን ቦጅአምተኒ ፉዸተምቱ፤ ቡራቁፊ በሸነኑንኬሰን ንሀፈ።

See the chapter Copy




Amoos 6:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements