Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Isin siree ilka arbaa irra ciiftanii, iddoo ciisicha keessanii irras isinitti tolee in diriirfattu; hoolota keessaa warra xoxobbee, tuntunoo keessaas warra coccoomoo in nyaattu; isiniif wayyoo*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Isin siree ilka arbaatiin miidhagfame irra ciiftu; siree keessan dinkii irra boqottu. Isin xobbaallaa hoolaa filatamoo fi jabbii coccoomoo nyaattu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እስን ስሬ እልከ አርባቲን ሚዸግፈሜረ ጪፍቱ፤ ስሬኬሰን ድንኪረ ቦቆቱ። እስን ጦባላ ሆላ ፍለተሞፊ ጀቢ ጮጮሞ ኛቱ።

See the chapter Copy




Amoos 6:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements