Amoos 6:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Darbaa mandara Kaalnee ilaalaa! Achii immoo gara mandara Haamaat ishee guddittii dhaqaa! gara mandara biyya Filiisxiyaa gara Gaatitti gad bu'aa; isaan mootummoota warra kan keessanii irra in wayyuu ree>> Yookiis biyyi isaanii biyya keessan irra in bal'ataa ree*>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Gara Kaalneetti darbaatii ilaalaa; achii kaʼaatii gara Hamaati guddichaa dhaqaa; ergasii immoo Gaati Filisxeem keessaatti gad buʼaa. Isaan mootummoota keessan lamaan caaluu? Biyyi isaanii biyya keessan caalaa balʼataa? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገረ ካልኔት ደርባቲ እላላ፤ አቺ ከኣቲ ገረ ሀማት ጉድቻ ዸቃ፤ ኤርገሲሞ ጋት ፍልስጤም ኬሳት ገድ ቡኣ። እሳን ሞቱሞተኬሰን ለማን ጫሉ? ብይሳኒ ብየኬሰን ጫላ በልአታ? See the chapter |