Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Fardeen dhagaa kakattaa irra in fiiguu ree>> Namni qotiyyoodhaan galaana in qotaa ree>> Isin garuu wanta qajeelaa ta'ee fudhatame wanta hadhaa ta'utti, qajeelina hadhooftuutti geddartaniittu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Fardeen kattaawwan irra ni fiiguu? Namni tokko qotiyyoodhaan achi ni qotaa? Isin garuu murtii qajeelaa gara summiitti, ija qajeelummaas gara hadhaatti geeddartaniirtu;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ፈርዴን ከታወንረ ንፊጉ? ነምን ቶኮ ቆትዮዻን አች ንቆታ? እስን ገሩ ሙርቲ ቀጄላ ገረ ሱሚት፣ እጀ ቀጄሉማስ ገረ ሀዻት ጌደርተኒርቱ፤

See the chapter Copy




Amoos 6:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements