Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Kunoo! Waaqayyo akkas in godha; inni in abbooma, manni guddaan in hunkutaa'a, manni xinnaanis in hurraa'a.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Kunoo Waaqayyo ajaja kenneeraatii, manneen gurguddaan ni barbadaaʼu; manneen xixinnoonis ni caccabu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ኩኖ ዋቀዮ አጀጀ ኬኔራቲ፣ መኔን ጉርጉዳን ንበርበዳኡ፤ መኔን ጥጥኖንስ ንጨጨቡ።

See the chapter Copy




Amoos 6:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements