Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Egaa aantiin namicha du'ee reeffa isaa gubuudhaaf, mana keessaa gad in baasa; yommus isa gola manichaa keessa jiruun, <<Kan biraa si bira jiraa?>> in jedhaan; inni garuu,<<Tokko iyyuu hin jiru>> jedhee in deebisa; namichis,<<Maqaa Waaqayyoo akka hin yaadannetti mee hin dubbatin!>> in jedha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Yoo firri reeffa baasee gubu tokko mana sana keessaa baasuuf dhufee nama dhokatee achi jiru kamiin iyyuu, “Namni tokko iyyuu si wajjin jiraa?” jedhee gaafatee namichi sun, “Hin jiru” jedheen, inni “Calʼisi! Nu maqaa Waaqayyoo dhaʼuu hin qabnu” jedhaan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ዮ ፍር ሬፈ ባሴ ጉቡ ቶኮ መነ ሰነ ኬሳ ባሱፍ ዹፌ ነመ ዾከቴ አች ጅሩ ከሚንዩ፣ “ነምን ቶኮዩ ስ ወጅን ጅራ?” ጄዼ ጋፈቴ ነምች ሱን፣ “ህንጅሩ” ጄዼን፣ እን “ጨልእስ! ኑ መቃ ዋቀዮ ዸኡ ህንቀብኑ” ጄዻን።

See the chapter Copy




Amoos 6:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements