Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Isin gurguddoonni saba isa saba warra kaan irra caalu, warri namoonni Israa'el gorsaaf gara keessan dhufanii, isin Xiyoon keessa yaaddoo tokko malee, tulluu Samaariyaa gubbaas homtuu hin jiru jettanii amanattanii in jiraattu; garuu isin warra akkasii kanaaf wayyoo!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Yaa warra yaaddoo malee Xiyoon keessa jiraattan, kanneen Tulluu Samaariyaa irra waan nagaadhaan jiraatan seetan, isaan namoota ulfaatoo saba durii, kanneen sabni Israaʼel gara isaanii dhufuuf wayyoo!

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ያ ወረ ያዶ መሌ ጥዮን ኬሰ ጅራተን፣ ከኔን ቱሉ ሰማርያረ ዋን ነጋዻን ጅራተን ሴተን፣ እሳን ነሞተ ኡልፋቶ ሰበ ዱሪ፣ ከኔን ሰብን እስራኤል ገረሳኒ ዹፉፍ ወዮ!

See the chapter Copy




Amoos 6:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements