Online Bible

- Advertisements -




Amoos 5:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Inni urjoota <<Torbii>> jedhaman, urjoota <<Sadee>> jedhamanis uume, inni dukkana ifa ganamaatti diddiiru, guyyaas dukkaneessee halkan godhu, inni bishaan galaanaa waamee, irra lafaatti lolaasus, maqaan isaa Waaqayyoo dha*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Inni urjiiwwan Torbii fi urjiiwwan Sadee uume, kan dukkana bariitti geeddaru, inni guyyaa dukkaneessee halkan godhu, kan galaana keessaa bishaan ol waamee fuula lafa gogaa irratti dhangalaasu maqaan isaa Waaqayyoo dha.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 እን ኡርጂወን ቶርቢፊ ኡርጂወን ሰዴ ኡሜ፣ ከን ዱከነ በሪት ጌደሩ፣ እን ጉያ ዱከኔሴ ሀልከን ጎዹ፣ ከን ገላነ ኬሳ ብሻን ኦል ዋሜ ፉለ ለፈ ጎጋረት ዸንገላሱ መቃንሳ ዋቀዮዸ።

See the chapter Copy




Amoos 5:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements