Amoos 5:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Egaa Waaqayyoon barbaaddadhaa, jiraadhaas! Kanaa'achi inni akka ibiddaatti mana Yoseef irra in bu'a, xaph in godhas; Bet'el irraa kan dhaamsus hin argamu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyoon barbaaddadhaatii jiraadhaa; yoo kanaa achii inni akkuma ibiddaa mana Yoosef keessa baʼee haxaaʼaa; ibiddi sun ishee guba; Beetʼeelis nama irraa dhaamsu tokko iyyuu hin qabaattu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮን በርባደዻቲ ጅራዻ፤ ዮ ከና አቺ እን አኩመ እብዳ መነ ዮሴፍ ኬሰ በኤ ሀጣኣ፤ እብድ ሱን እሼ ጉበ፤ ቤትኤልስ ነመ እራ ዻምሱ ቶኮዩ ህንቀባቱ። See the chapter |