Online Bible

- Advertisements -




Amoos 5:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Iddoo sagadaaf beekaman Bet'elin hin barbaadinaa! Giilgalin hin dhaqinaa! Bersheebaattis hin ce'inaa! Warri Giilgal boojuutti in galu, Bet'el gad deebitee wanta waa'ee hin baafne in taati>> jedha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Beetʼeelin hin barbaaddatinaa; Gilgaal hin dhaqinaa; Bersheebaattis hin ceʼinaa. Gilgaal dhugumaan ni boojiʼamti; Beetʼeelis ni dhabamti.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ቤትኤልን ህንበርባደትና፤ ግልጋል ህንዸቅና፤ ቤርሼባትስ ህንጬእና። ግልጋል ዹጉማን ንቦጅአምት፤ ቤትኤልስ ንዸበምት።”

See the chapter Copy




Amoos 5:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements