Amoos 5:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Kanaaf ani biyyaa isin baasee mandara Damaasqoo garasitti boojuutti isin nan dabarsa>> jedhee dubbateera; inni immoo maqaan isaa Waaqayyo gooftaa maccaa ti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Kanaafuu ani akka isin boojiʼamtaniif, Damaasqoodhaan gamatti isinan erga” jedha Waaqayyo inni maqaan isaa Waaqa Waan Hunda Dandaʼu taʼe sun. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ከናፉ አን አከ እስን ቦጅአምተኒፍ፣ ደማስቆዻን ገመት እስነን ኤርገ” ጄዸ ዋቀዮ እን መቃንሳ ዋቀ ዋን ሁንደ ደንደኡ ተኤ ሱን። See the chapter |