Amoos 5:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Ammas isin waaqayyolii tolfamoo keessan <<Saakuut>> isa akka mootiitti fudhattan, <<Kiiyoon>> isa bifa urjii laattaniifii itti sagaddan ol fudhattanii in baadhattu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Isin waan harkuma keessaniin tolfattan jechuunis galma waaqeffannaa mootii keessanii, utubaa waaqa keessan tolfamaatii fi fakkii urjii waaqa keessanii ol fuutaniirtu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እስን ዋን ሀርኩመኬሰኒን ቶልፈተን ጄቹንስ ገልመ ዋቄፈትና ሞቲኬሰኒ፣ ኡቱባ ዋቀኬሰን ቶልፈማቲፊ ፈኪ ኡርጂ ዋቀኬሰኒ ኦል ፉተኒርቱ። See the chapter |