Amoos 5:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 <<Yaa warra Israa'el, yeroo lafa onaa keessa waggaa afurtama turtan, qalma, kennaas anaaf dhi'eessitaniittu moo ree*>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 “Yaa mana Israaʼel isin waggaa afurtama gammoojjii keessatti takkumaa aarsaa fi kennaa naaf fiddaniirtuu? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 “ያ መነ እስራኤል እስን ወጋ አፉርተመ ገሞጂ ኬሰት ተኩማ ኣርሳፊ ኬና ና ፍደኒርቱ? See the chapter |