Amoos 5:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Qalma gubamuu fi kennaa midhaanii anaaf yoo dhi'eessitan iyyuu ani itti hin gammadu; horii coccoomoo qalma galataaf dhi'eessitanis ani hin ilaalu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Utuu isin aarsaa gubamuu fi kennaa midhaanii naaf fiddanii iyyuu ani jaalladhee isin irraa hin fudhadhu. Utuu isin aarsaa nagaa filatamaa naaf fiddanii iyyuu ani homaattuu isa hin lakkaaʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ኡቱ እስን ኣርሳ ጉበሙፊ ኬና ምዻኒ ና ፍደኒዩ አን ጃለዼ እስንራ ህንፉዸዹ። ኡቱ እስን ኣርሳ ነጋ ፍለተማ ና ፍደኒዩ አን ሆማቱ እሰ ህንለካኡ። See the chapter |