Amoos 5:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Guyyaan Waaqayyoo sun ifaa utuu hin ta'in dukkanaa'aa dha mitii ree>> Innoo duumessaa'aa dha aduus hin qabu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Guyyaan Waaqayyoo ifa utuu hin taʼin dukkana mitii? Dukkana hamaa ifa tokko illee of keessaa hin qabne mitii? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ጉያን ዋቀዮ እፈ ኡቱ ህንተእን ዱከነ ምቲ? ዱከነ ሀማ እፈ ቶኮሌ ኦፍ ኬሳ ህንቀብኔ ምቲ? See the chapter |