Online Bible

- Advertisements -




Amoos 5:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Akka nama leenca jalaa utuu baqatuu amaaketi itti dhufutti, isa jalaa ba'ees manatti galee keenyan yommuu qabatu bofni harka isaa iddu in taatu.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Wanni kun akkuma nama leenca jalaa baʼee afaan amaaketaa buʼu tokkoo ti; yookaan akka nama mana isaa seenee harka isaa keenyan manaa irra kaaʼatee bofti isa idde tokkoo ti.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ወን ኩን አኩመ ነመ ሌንጨ ጀላ በኤ አፋን አማኬታ ቡኡ ቶኮት፤ ዮካን አከ ነመ መነሳ ሴኔ ሀርከሳ ኬኘን መናረ ካአቴ ቦፍት እሰ እዴ ቶኮት።

See the chapter Copy




Amoos 5:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements