Amoos 5:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Wanta hamaa jibbaa, wanta gaariis jaalladhaa! Wal ga'ii karra dallaa keessatti dhugaan jabaatee akka dhaabatu godhaa! Yommus Waaqayyo gooftaan maccaa, sanyii Yoseef keessaa warra hafanitti araara in argisiisa ta'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa; mana murtii keessatti murtii qajeelaa jabeessaa; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu tarii hambaa Yoosefiif garaa laafa taʼaatii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዋን ሀማ ጅባ፤ ዋን ጋሪ ጃለዻ፤ መነ ሙርቲ ኬሰት ሙርቲ ቀጄላ ጀቤሳ፤ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ ተሪ ሀምባ ዮሴፊፍ ገራ ላፈ ተኣቲ። See the chapter |