Online Bible

- Advertisements -




Amoos 5:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Isin akka jiraattanitti wanta gaarii barbaadaa malee, wanta hamaa gochuu hin barbaadinaa! Yoos akkuma isin jettan in ta'a; Waaqayyo gooftaan maccaas dhuguma isinii wajjin in jiraata*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Akka lubbuudhaan jiraattaniif waan hamaa dhiisaatii waan gaarii barbaadaa. Yoos akkuma isin jettan sana Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu isin wajjin taʼa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 አከ ሉቡዻን ጅራተኒፍ ዋን ሀማ ዺሳቲ ዋን ጋሪ በርባዳ። ዮስ አኩመ እስን ጄተን ሰነ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ እስን ወጅን ተአ።

See the chapter Copy




Amoos 5:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements