Amoos 5:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Isin warri nama qajeelaa cunqursitanii gabbarsuus fudhattanii, nama dhabes firdii akka hin arganne gootan, irra-daddarbaan keessan attam akka baay'atu, cubbuun keessanis attam akka guddatu ani beeka*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Balleessaan keessan hammam akka baayʼatuu fi cubbuun keessanis hammam guddaa akka taʼe nan beekaatii. Isaan qajeeltota hacuucanii mattaʼaa irraa fudhatu; hiyyeeyyiis mana murtii keessatti murtii qajeelaa dhowwatu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 በሌሳንኬሰን ሀመም አከ ባይአቱፊ ጩቡንኬሰንስ ሀመም ጉዳ አከ ተኤ ነንቤካቲ። እሳን ቀጄልቶተ ሀጩጨኒ መተኣ እራ ፉዸቱ፤ ህዬዪስ መነ ሙርቲ ኬሰት ሙርቲ ቀጄላ ዾወቱ። See the chapter |