Amoos 5:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isin nama dadhabaa dhidhiittanii bulchitanii, midhaan isaas karaa malee waan irraa fudhattaniif, dhagaa soofamaadhaan mana in ijaarrattu, garuu keessa hin jiraattan; iddoo dhaabaa waynii ija namaa harkisus in qopheeffattu, garuu daadhii waynichaa hin dhugdan! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Isin hiyyeeyyii dhidhiittanii akka isaan midhaan isinii kennan dirqisiiftu. Kanaafuu isin manneen dhagaa yoo ijaarrattan iyyuu manneen sana keessa hin jiraattan; isin iddoowwan qotiisaa gaarii keessa wayinii yoo dhaabbattan iyyuu daadhii wayinii isaanii hin dhugdan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እስን ህዬዪ ዽዺተኒ አከ እሳን ምዻን እስኒ ኬነን ድርቅሲፍቱ። ከናፉ እስን መኔን ዸጋ ዮ እጃረተንዩ መኔን ሰነ ኬሰ ህንጅራተን፤ እስን እዶወን ቆቲሳ ጋሪ ኬሰ ወይኒ ዮ ዻበተንዩ ዳዺ ወይኒሳኒ ህንዹግደን። See the chapter |