Amoos 5:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yaa warra biyya Israa'el, dubbii ani boo'aa isin irratti dubbachuuf ka'u kana dhaggeeffadhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa mana Israaʼel dubbii kana, faaruu booʼichaa kan ani waaʼee keessaniif booʼu kana dhagaʼaa: See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ መነ እስራኤል ዱቢ ከነ፣ ፋሩ ቦእቻ ከን አን ዋኤኬሰኒፍ ቦኡ ከነ ዸገኣ፦ See the chapter |