Amoos 4:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 <<Midhaan sassaabuuf ji'i sadii hafee utuu jiruu, bokkaa isin nan dhowwadhe; mandara isa tokkotti bokkaan akka roobu, mandara isa kaanitti immoo akka hin roobne nan godhe; maasii isa tokkotti bokkaan in roobe, maasiin inni bokkaa dhabe immoo in goge. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Ani yeroo midhaan haamamuuf jiʼi sadii hafutti bokkaa isin irraa nan kute. Ani magaalaa tokkotti bokkaa ergee kaan irraa immoo nan dhaabe. Lafti qonnaa tokko bokkaa argatee kaan garuu homaa dhabee goge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “አን ዬሮ ምዻን ሃመሙፍ ጅእ ሰዲ ሀፉት ቦካ እስንራ ነንኩቴ። አን መጋላ ቶኮት ቦካ ኤርጌ ካንራሞ ነንዻቤ። ለፍት ቆትና ቶኮ ቦካ አርገቴ ካን ገሩ ሆማ ዸቤ ጎጌ። See the chapter |