Amoos 4:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mee buddeena bukaa'aa irraa iyyuu aarsaa galataa dhi'eessaa, jaalala keessaniin aarsaa dhi'eessuu keessan mul'isaa beeksisaa! Akkas gochuu in jaallattu'o, yaa namoota Israa'el>> jedhee dubbateera Waaqayyo gooftaan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Buddeena raacitii qabu aarsaa galataa godhaatii gubaa; aarsaa fedhiidhaan kennitan labsaa; beeksisaas; yaa Israaʼeloota, wanni isin hojjechuu jaallattan kanaatii, ittiin boonaa” jedha Waaqayyo Gooftaan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ቡዴነ ራጭቲ ቀቡ ኣርሳ ገለታ ጎዻቲ ጉባ፤ ኣርሳ ፌዺዻን ኬንተን ለብሳ፤ ቤክስሳስ፤ ያ እስራኤሎተ፣ ወን እስን ሆጄቹ ጃለተን ከናቲ፣ እቲን ቦና” ጄዸ ዋቀዮ ጎፍታን። See the chapter |