Amoos 4:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 <<Bet'el iddoo itti sagadan dhaqaa, irra-daddarbaa keessanis ittuma dabalaa! Giilgal iddoo sagadaa isa kaanittis irra-daddarbaa keessan ittuma baay'isaa! Borumtaa qalma aarsaa, guyyaa sadaffaattis kudhan keessaa tokko dhi'eessaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 “Beetʼeel dhaqaatii cubbuu hojjedhaa; Gilgaal dhaqaatii cubbuu baayʼee hojjedhaa. Ganama ganama aarsaa keessan dhiʼeessaa; waggaa sadii sadiitti immoo kennaa keessan harka kudhan keessaa harka tokko fidaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 “ቤትኤል ዸቃቲ ጩቡ ሆጄዻ፤ ግልጋል ዸቃቲ ጩቡ ባይኤ ሆጄዻ። ገነመ ገነመ ኣርሳኬሰን ዽኤሳ፤ ወጋ ሰዲ ሰዲትሞ ኬናኬሰን ሀርከ ኩዸን ኬሳ ሀርከ ቶኮ ፍዳ። See the chapter |