Amoos 4:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 <<Ani Waaqayyo, Sodoomii fi Gomoraa akkuman barbadeesse, isin keessaas akkasuma nan barbadeesse; isin akka mukukkula ibidda boba'aa jiru keessaa butamee taatan; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 “Ani akkuman Sodoomii fi Gomoraa garagalche sana isin keessaa nama tokko tokko garagalcheera. Isin akkuma muka bobaʼu kan ibidda keessaa butamee ti; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 “አን አኩመን ሶዶሚፊ ጎሞራ ገረገልቼ ሰነ እስን ኬሳ ነመ ቶኮ ቶኮ ገረገልቼረ። እስን አኩመ ሙከ ቦበኡ ከን እብደ ኬሳ ቡተሜት፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |