Amoos 4:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 <<Dha'icha sanyii isa biyya Gibxii keessatti ta'e isin irratti nan erge; dargaggoota keessan billaadhaan nan ajjeesise, fardeen keessanis nan boojisiise; raqni iddoo buufata keessaniis funyaan akka isin rukutu nan godhe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 “Ani akkuman biyya Gibxi godhe sana dhaʼicha isinitti nan erge. Ani fardeen isin boojitan wajjin dargaggoota keessan goraadeedhaan nan fixe. Ajaa qubata keessaniitiin funyaan keessan nan guute; isin garuu gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 “አን አኩመን ብየ ግብጥ ጎዼ ሰነ ዸእቸ እስንት ነንኤርጌ። አን ፈርዴን እስን ቦጅተን ወጅን ደርገጎተኬሰን ጎራዴዻን ነንፍጤ። አጃ ቁበተኬሰኒቲን ፉኛንኬሰን ነንጉቴ፤ እስን ገሩ ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |