Amoos 3:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Mana jajjaboo mandara Ashdood keessa, mana jajjaboo biyya Gibxii keessas warra jiraataniin, <<Tulloota naannoo Samaariyaa gubbaatti walitti qabamaatii raafama gurguddaa namoota ishee gidduutti ta'uu fi cunqurfamuu ishee keessatti ta'u ilaalaa!>> jedhaatii dhageessisaa! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Daʼannoo Ashdoodiitii fi daʼannoo Gibxitti akkana jedhaa labsaa: “Tulluuwwan Samaariyaa irratti walitti qabamaa; jeequmsa guddaa ishee keessa jiruu fi cunqursaa uummata ishee keessa jiru ilaalaa.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ደአትኖ አሽዶዲቲፊ ደአትኖ ግብጥት አከነ ጄዻ ለብሳ፦ “ቱሉወን ሰማርያረት ወልት ቀበማ፤ ጄቁምሰ ጉዳ እሼ ኬሰ ጅሩፊ ጩንቁርሳ ኡመተሼ ኬሰ ጅሩ እላላ።” See the chapter |