Amoos 3:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Fiinoon lolaa mandara keessatti yeroo afuufamu namoonni hin wareeranii ree>> Utuu Waaqayyo biraa hin dhufin, wanti hamaan mandara tokko irra ga'aa ree*>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yoo magaalaa keessatti malakanni afuufame, namoonni hin raafamanii? Balaan magaalaa tokkotti yoo dhufe, Waaqayyotu waan sana fide mitii? See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዮ መጋላ ኬሰት መለከትን አፉፈሜ፣ ነሞትን ህንራፈመኒ? በላን መጋላ ቶኮት ዮ ዹፌ፣ ዋቀዮቱ ዋን ሰነ ፍዴ ምቲ? See the chapter |