Amoos 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Mana yeroo qorraa keessa taa'anii fi mana yeroo bonaa keessa taa'an nan jijjigsa, manneetiin ilka arbaatiin miidhagfamanis iddoodhaa in badu, manneetiin warri jajjaboonnis deebi'anii hin argaman>> jedha; Waaqayyo kana dubbateera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ani mana gannaatii fi mana bonaa nan diiga; manneen ilka arbaatiin miidhagfaman ni diigamu; manneen gurguddaanis ni balleeffamu” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 አን መነ ገናቲፊ መነ ቦና ነንዲገ፤ መኔን እልከ አርባቲን ሚዸግፈመን ንዲገሙ፤ መኔን ጉርጉዳንስ ንበሌፈሙ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |