Online Bible

- Advertisements -




Amoos 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Guyyaa ani irra-daddarbaa Israa'el ilaalutti, iddoo aarsaa mandara Bet'el diiguudhaaf nan dhufa; gaanfonni iddoo aarsaas muramanii lafa in bu'u*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 “Guyyaa ani cubbuu isheetiif jedhee Israaʼelin adabutti, iddoowwan aarsaa Beetʼeel nan barbadeessa; gaanfawwan iddoo aarsaas caccabanii lafatti ni harcaʼu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 “ጉያ አን ጩቡ እሼቲፍ ጄዼ እስራኤልን አደቡት፣ እዶወን ኣርሳ ቤትኤል ነንበርበዴሰ፤ ጋንፈወን እዶ ኣርሳስ ጨጨበኒ ለፈት ንሀርጨኡ።

See the chapter Copy




Amoos 3:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements