Online Bible

- Advertisements -




Amoos 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Waaqayyo,<<Akkuma tiksituun horii leenci qabatu irraa kottee lama yookiis cittuu gurraa buufatee dhi'eessu, hafteen namoota Israa'el warra Samaariyaa keessa afata gaggaarii irratti aara-galfachuudhaan itti tolee jiraataniis akkasuma in ta'a>> jedha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Waaqayyo akkana jedha: “Akkuma tikseen tokko lafee miilla lamaanii yookaan fiixee gurraa qofa afaan leencaatii buusu sana, Israaʼeloonni Samaariyaa keessa, qarqara siree isaanii irra, Damaasqoo keessas siree isaanii dinkii irra taaʼan akkasuma ni baraaramu.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አኩመ ትክሴን ቶኮ ለፌ ሚለ ለማኒ ዮካን ፊጤ ጉራ ቆፈ አፋን ሌንጫቲ ቡሱ ሰነ፣ እስራኤሎን ሰማርያ ኬሰ፣ ቀርቀረ ስሬሳኒረ፣ ደማስቆ ኬሰስ ስሬሳኒ ድንኪረ ታአን አከሱመ ንበራረሙ።”

See the chapter Copy




Amoos 3:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements