Online Bible

- Advertisements -




Amoos 3:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Sababii kanaaf Waaqayyo gooftaan, <<Diinni biyyicha in marsa, aangoo kees in cabsa; manneetiin kee warri jajjaboonnis in saamamu>> jedha.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: “Diinni biyya keessan marsa; jabina keessan gad buusa; daʼannoowwan keessanis ni saama.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ከናፉ ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፦ “ዲን ብየኬሰን መርሰ፤ ጀብነኬሰን ገድ ቡሰ፤ ደአኖወንኬሰንስ ንሳመ።”

See the chapter Copy




Amoos 3:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements