Online Bible

- Advertisements -




Amoos 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 <<Isaan wanta qajeelaa akka itti hojjetan hin beekan; wanta humnaan nama irratti ka'anii saamanii argatan manneetii isaanii warra jajjaboo keessa tuullatan>> jedha Waaqayyo.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 “Warri daʼannoo isaanii keessatti waan boojiʼamee fi waan saamame kuufatan akka itti waan qajeelaa hojjetan hin beekan” jedha Waaqayyo.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 “ወር ደአትኖሳኒ ኬሰት ዋን ቦጅአሜፊ ዋን ሳመሜ ኩፈተን አከ እት ዋን ቀጄላ ሆጄተን ህንቤከን” ጄዸ ዋቀዮ።

See the chapter Copy




Amoos 3:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements