Amoos 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Yommus raajichi, <<Yaa namoota Israa'el, dubbii Waaqayyoo isa inni isin irratti, guutummaa saba inni ofii isaatii biyya Gibxii baase irratti dubbate dhaggeeffadhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa saba Israaʼel, dubbii Waaqayyo isiniin mormuudhaan, maatii ani biyya Gibxii baasee fide hundaan mormuudhaan dubbate kana dhagaʼaa: See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ ሰበ እስራኤል፣ ዱቢ ዋቀዮ እስኒን ሞርሙዻን፣ ማቲ አን ብየ ግብጢ ባሴ ፍዴ ሁንዳን ሞርሙዻን ዱበቴ ከነ ዸገኣ፦ See the chapter |