Online Bible

- Advertisements -




Amoos 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 <<Ani immoo,<<Amoorota warra akka birbirsaa dheeratan, warra akka muka hoomii jabaatan fuula isaanii duraa hundeedhaan buqqisee sanyii isaaniis lafa irraa balleesseen ture*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 “Inni akkuma birbirsaa dheeratee akka qilxuu jabaatu iyyuu, ani namicha Amoor sana fuula isaanii duratti galaafadheera. Ani gubbaadhaa ija isaa, jalaan immoo hidda isaa balleesseera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 “እን አኩመ ብርብርሳ ዼረቴ አከ ቅልጡ ጀባቱዩ፣ አን ነምቸ አሞር ሰነ ፉለሳኒ ዱረት ገላፈዼረ። አን ጉባዻ እጀሳ፣ ጀላንሞ ህደሳ በሌሴረ።

See the chapter Copy




Amoos 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements