Amoos 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Isaan iddoo aarsaa hundumaa bukkeetti immoo, uffata qabsiisaaf fuudhan irra in ciisu; daadhii waynii warra adabaman biraa dhufes, mana Waaqayyo isaanii keessatti in dhugu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Isaan uffata qabdiidhaan nama irraa fudhatan irra iddoo aarsaa hunda bira ciciisan. Isaan daadhii wayinii kan warra adabaman biraa dhufe, mana waaqa isaanii keessatti dhugu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እሳን ኡፈተ ቀብዲዻን ነመራ ፉዸተን እረ እዶ ኣርሳ ሁንደ ብረ ጭጪሰን። እሳን ዳዺ ወይኒ ከን ወረ አደበመን ብራ ዹፌ፣ መነ ዋቀሳኒ ኬሰት ዹጉ። See the chapter |