Online Bible

- Advertisements -




Amoos 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Waaqayyo akka jedhu! <<Warri Israa'el irra-daddarbaa isaanii keessa waan deddeebi'aniif, adabni akka irraa deebi'u ani hin godhu! Isaanoo nama qajeelaa meetiitti, nama dhabaa immoo gatii kophee baaqqee cimdii tokkoof jedhanii in gurguru*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Israaʼel sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Isaan qajeeltota meetiitti, rakkattoota immoo kophee cimdii tokkotti gurguratan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ እስራኤል ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። እሳን ቀጄልቶተ ሜቲት፣ ረከቶተሞ ኮጴ ጭምዲ ቶኮት ጉርጉረተን።

See the chapter Copy




Amoos 2:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements