Amoos 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Waaqayyo akka jedhu!<<Warri biyya Yihudaa seera koo seera Waaqayyo isaanii tuffatanii seerrata koos eeguu didanii, waaqayyolii sobaa warra abboonni isaanii duukaa bu'aa turaniin waan wallaalchifamaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Yihuudaa sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isaan seera Waaqayyoo didanii ajaja isaas hin eeginiif, sababii isaan waaqota sobaa, waaqota abbootiin isaanii duukaa buʼan sanaan karaa irraa jalʼataniif, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ይሁዳ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሳን ሴረ ዋቀዮ ድደኒ አጀጀሳስ ህንኤግኒፍ፣ ሰበቢ እሳን ዋቆተ ሶባ፣ ዋቆተ አቦቲንሳኒ ዱካ ቡአን ሰናን ከራራ ጀልአተኒፍ፣ See the chapter |