Amoos 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ilmaan keessan keessaa raajota, dargaggoota keessan keessaas warra addaan baafamanii:- Naaziroota jedhamanii beekaman nan kaase; kun dhuguma akkas mitii ree, yaa warra Israa'el>> Kanas ana Waaqayyo keessantu isin gaafata*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 “Akkasumas ani ilmaan keessan gidduudhaa raajota, dargaggoota keessan gidduudhaa immoo Naaziroota kaaseera. Yaa saba Israaʼel, wanni kun dhuguma mitii?” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 “አከሱመስ አን እልማንኬሰን ግዱዻ ራጆተ፣ ደርገጎተኬሰን ግዱዻሞ ናዝሮተ ካሴረ። ያ ሰበ እስራኤል፣ ወን ኩን ዹጉመ ምቲ?” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |