Amoos 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Amos itti fufee, <<Waaqayyo akka jedhu! <<Warri mandara Damaasqoo ulee sibiilaa isa ittiin midhaan cagadaniin warra biyya Giil'aad waan cagadaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Damaasqoo sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isaan meeshaa ittiin midhaan dhaʼan kan ilkaan sibiilaa qabuun Giliʼaadin tumaniif, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ደማስቆ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሳን ሜሻ እቲን ምዻን ዸአን ከን እልካን ስቢላ ቀቡን ግልኣድን ቱመኒፍ፣ See the chapter |