Online Bible

- Advertisements -




Amoos 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Kanaaf,<<Ani kellaa Raabaa irratti ibidda nan bobeessa; inni immoo mana ishee warra jajjaboo in fixa; kunis guyyaa duulli wacutti, guyyaa qilleensi bubbisuttis in ta'a.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 ani guyyaa lolaatti wacaan, guyyaa qilleensa hamaatti immoo bubbee jabaadhaan ibidda daʼannoo ishee barbadeessu tokko dallaa Rabbaatti nan erga.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 አን ጉያ ሎላት ወጫን፣ ጉያ ቅሌንሰ ሀማትሞ ቡቤ ጀባዻን እብደ ደአትኖሼ በርበዴሱ ቶኮ ደላ ረባት ነንኤርገ።

See the chapter Copy




Amoos 1:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements